NAAYROOBII —
Aafo – Yaa’iin Paarlaamaa Keeniyaa Abbaan Alangaa mootummaa biyyattii Pirezdenti Keeniyaattaan akka paarlaamaa biyyattii bittimsan gaafachuun isaa sirrii mitii jechuun morman. Jastin Mutuurii; waanti kun biyyattii rakkoo keessa buusa jechuun kaleessa yoo ibsa gaazexeessitootaaf kennan dubbatanii jiru. Galmoo Daawit dabalata qaba.