FINFINNEE —
Hoggantoonni Adda Bilisummaa Oromoo kan waldhabbii keessa turan, murteelee Boordiin Filanno kennee keessaa qabxiilee garaa garaa irratti komii qabaachuu isaani gamni lamaanu himatanii jiru.
Boordiin Filannoo dhimma hoggantoota kan ilaaluu eegalee jiddu seenuun osoo hin taane, waan komiin isaan irraa itti dhiyaateef ta'uu ibsee jira.
Gabaasa Guutuu caqasaa