FINFINNEE —
Dhabbanni “Menschen für Menschen” yokaan “Namoonni Namootaaf” jedhamu, Itiyoophiyaa keessatti qarshii Miliyoona 600n hojii tola-ooltummaa ka garagaraa hojjachuuf karoorfachuu isaa beeksise.
Dhaabbatichi hojiilee isaa ka sagantaa isaa Misooma Qindaawa Baadiyaa jedhutti xiyyeffatee kan hojjetu tahuus beeksisee jira.