FINFINNEE —
Gaafiin afaan oromoo afaan Federaalaa gochuu gaafii ija gaariin ilaaluu fi sirridha jedhan Muumeen Minsteraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahmad.
Dr. Abiyyi gaafiif deebii tuuta gaazexeessitoota biyya alaa fi biyya keessaa waliin taasisaniin dhimmoota hegeree Prezdantii Naammoo Summaale kan tudan Obboo Abdii Muhaamadii fi kaneen biroo irratti gaafilee gaazexeessitoota irra ka'aniif deebii kennanii jiri.
Muktaar Jamaaltuu ibsa kana irratti hirmaate, dhaggeeffahdaa.