Afrikaan dhukkuba Vaayiresii Koronaa of irraa ittisuuf qophiin ishee xiqqaa tahuu Jaarmayaan Fayyaa Addunyaa – WHOn ibsuun in yaadatama.. Haalli jireenyaa Afrikaa, dudhaa fi aadaan wal-quunnamtii arditii keessaa, akka hamaatti artii balaa dhukkuba kanaaf saaxiluu akka danda’u hubachiisa – Jaarmayichi.
Ta'ullee, biyyoonni Afrikaa tattaafii gochaatuma jira.
Ta'ullee, biyyoonni Afrikaa tattaafii gochaatuma jira.