WAASHINGITAN, DIISII —
Gaanfa Afrikaatti ergamaan addaa Yunaayitid Isteetisitti Jeferii Feltman jila iaanii waliin Itiyoophiyaa seenanii aangawoota Itiyoophiyaa waliin dubbachuu isaanii, dubbi-himaan Ministirii Dhimma alaa Itiyoophiyaa Diinaa Muftii, ibsa gidduu kana kennaniin beeksisanii jiran.
Marii sanaa boodas, hojjetoota gargaarsaaf viizaan kanaan dura kenname akka dheereffamu murtaa’uunis beekamee jira.
Gabaasaa Guutuu caqasaa