JIMMAA —
Dhaabbatni Dimookiraatawa Oromoo Obbo Abbaa Dulaa Gammadaa, Obbo Kumaa Dammaqsaa fi Obbo Girmaa Birruu dabalee hoogganoota isaa buleeyyii 14 soorataan geggeessuu isaa beeksise.
Dhaabbatichi moggaasa maqaa isaas gara Oromo Democratic Party yokaan Paartii Dimookiraasummaa Oromoo jijjiiruufis murteeffatee jira.
Muktaar Jamaal Jimma irraa gabaasaa qaba.