WAASHINGITAN, DIISII —
Yeroo naannoon Tigiraay waraansa keessa jirtutti lammiwwan Itiyoophiyaa har’a filannoo biyyoolessaa mootummaan biyyattii ‘bilisaa fi madaalawaa taasisuuf yaalii godhame,’ jedhuuf sagalee kennaa oolan.
Gama biraatiin, lammiwwan Tigiraay VOAn dubbise, dhimmi dursaa nageenya isaanii mirkaneessuu akka tahe dubbatan.
Gabaasaa guutuu caqasaa