Lammiwwan Itiyoophiyaa kanneen Saudii Arabiyaa keessa jiran rakkoo hamaaf saaxilamuu isaanii dubbatu. Garii hidhaa keessatti kan rakkatan ta’uu fi warri to'annaa jala hin oolfamiin iyyuu bakka tokkoo bakka biraatti socho’uuf ka rakkatan tahuu ibsan gadaantota achi jiraatan keessa.
Emaasiin Itiyoopiyaa Riyaad jiruus rakkoo godaantota lammiilee Itiyoophiyaa kana deebii kennee jira.
Gaaffii fi Deebii gaggeeffame caqasaa.