Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hiriira Dubartootaa Tibba Darbe Geggeeffameen Wal-qabatee Namoonni Reebamuutu Himama. Mootumman Garuu “Dhara” Jedha 


Faayilii - Dubartoota mallattoo mormii Oromiyaa mullisaa deeman, Finfinnee, Onk. 23, 2019
Faayilii - Dubartoota mallattoo mormii Oromiyaa mullisaa deeman, Finfinnee, Onk. 23, 2019

Godiina Haarargee Lixaa magaalaa Kamoonaa akkasumas Micataa keessatti hawwanii fi shamarran to'annaa polisii jala jiran reebichi ykn tumaatiin irratti raaw’aame, jechuun maatiilee isaanii keessaa VOAtti dubbatanii jiru.

Dubbi-himaan mootummaa naannoo Oromiyaa fi hoogganaan poolisii naannoo sanaa immoo, namoonni to’annaa poolisii jala jiran jiraachuu dubbatanii, “garuu, reebichaa fi tumaatiin irra gahe, jedhame dhara,” jedhan.

Komishinniin mirga dhala namaa Itiyoophiyaas rakkoon jedhame akka hin jirre mirkaneeffadhe, jedha.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Hiriira Dubartootaa Tibba Darbe Geggeeffameen Wal-qabatee Namoonni Reebamuutu Himama. Mootumman Garuu “Dhara” Jedha
please wait

No media source currently available

0:00 0:11:30 0:00


XS
SM
MD
LG