Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amnestii Internaashinaal fi IRCn Miidhaalee Namoomaa Hamoo Tigiraay Keessatti Raaw'ataman Jedhan Irratti Gabaasalee Haarawa Baasan  


Hogantoonni biyyoota afrikaa fi adduunyaa sarbiinsaa mirgaa namoomaa Itiyoophyaa, naannoo Tigiraay keessatti adeemaa jiruu irrati akka darann sagalee isaanii dhageesesanii fi tarkaanfii fudhatan dhaabannii mirga namoomaaa Aminastii intrnashinaal gaafateera.

Amnestii Internaashinaal fi IRCn Miidhaalee Namoomaa Hamoo Tigiraay Keessatti Raaw'ataman Jedhan Irratti Gabaasalee Haarawa Baasan
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:43 0:00

Dhaabbanti ka biraan, International Rescue Committee yokaan IRC jedhamus, Tigiraay keessatti dubartootaa fi durboota irratti miidhaan hamaan geggessamuu ibsee, namoonni gochaa kana raaw’atan ammallee seeratti hin dhihaanne, jedha.

Mootummaan Itiyoophiyaa gabaasaalee lameen ammaa kanaaf deebii kennuudhqaa baateyyuu, ibsa muummicha-ministaraa Itiyoophiyaa dhiheenya kana paarlaamaa biyyattiif kennan irratti dabalatee, mootummaan Itiyoophiyaa sarbinsa mirgaa, rakkoo gi gidiraa lammiwwan naannoo Tigiraay irrtti raaw’atameef Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay yokaan HIWEHAT balaaleffate.

XS
SM
MD
LG