Xurree ittiin seenan

Breaking News

Sirni Awwaalcha Barreessaa Gaaddisaa Birruu Har'a Finfinneetti Raaw'atame


Sirni Awwaalcha Barreessaa Gaaddisaa Birruu Har'a Finfinneetti Raaw'atame
Sirni Awwaalcha Barreessaa Gaaddisaa Birruu Har'a Finfinneetti Raaw'atame

Sirni Awwaalcha Barreessaa Oromoo beekaamaa Gaaddisaa Birruu har'a Finfinneetti geggeessame kanarratti barreessitoonni, ogeeyyiin aartii gara garaa kan argaman yoo tahu angawootni mootummaallee irratti argamuun seenaa barreessaa kanaa saba argameef dhiyeessanii jiran.

Yoomiyyuu Mul’ataa prezdentiin Waldaa Barreessitoota Oromoo barreessaa Gaaddisaaf sagantaan nuti Galma Aadaa Oromootti qopheessuuf turre, sababaa galmichaaf eyyamca dhabneef nuuf hin milkaa’iin hafe hafe jechuun Sagalee Ameerikaatti hime.

Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa himata kanaaf deebii kennee jira.

Sirni Awwaalcha Barreessaa Gaaddisaa Birruu Har'a Finfinneetti Raaw'atame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:33 0:00


XS
SM
MD
LG