ADAAMAA —
Uggurri geejjibaa naannoo Oromiyaa keessatti labsame danqaa akka itti uume daldaltoonnii fi Konkolaachistoonni VOAn dubbise himan. Namoonni ijaan argan akka jedhanitti konkolaatota hedduu irra miidhan gahee jira.
Warreen uggura kana labsan mootummaan hidhamtoota siyaasaa akka hiikuu fi gaafilee adda addaa dhihaataa turan akka deebisuuf goone, jedhu. Mootumman danqaa fi uggurri geejjibaa uumame tokkollee kan hin jirreefi Oromiyaa bakkawwan hundatti sochiin nagaa jiraachuu dubbata.
Gabaasaa guutuu caqasaa