WAASHINGITAN, DIISII —
Muudamaa fi Caasaa haaraa bulchiinsa magaala Finfinnee keessati dhiheenya dirirfamaa jiruun walqabatee oodit gochuuf jecha qabiyye lafaa fi lafa waliin wal qabatee yeroof tajaajiila dhaabuu isaa bulchiinsii magaalatti beeksisuun ni yaadatama.
Hayyonnii fi jiraattonni kana irratti yaada maalii qabu ? Gabaasa Muktaar Jamal Finfinnee Irraa erge caqasaa.