WAASHINGITAN, DIISII —
Sababaa yakkaa fi dhiittaa mirga namoomaan kan ka’e Itiyoophiyaa keessatti aangawoonni shakkaman to’annaa jala oolfamuun ni yaadatama. Poolsiin federaalaa aangawoota shakkaman kanneen Finfinnee irraa gara bulchiisa naannoo adda addaatti dheessan to’achuuf carraaqqii gochaa jiran kan ilaaleen marsaritii hawaasaa irratti falmiin adda addaa gaggeeffamaa jira.
Shakkamtoota biyyaa ba’an mootummaan Federaalaa kan Itiyoophiyaa hordofuu ni danda’aa? Kanaa fi kannen biroo irratti ogeessa seeraa Obbo Batruu Dibaabaa haasofsiifnee Jirra caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5