Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuutti Maaltu Ta’e?

Kaleessa Finfinnee Mana Barnootaa Jeneraal Waaqoo Guutuutti barattoonni hedduun dhibamuu mana wal’aansa fayyaatti geeffamuu hooggantuu itti-aantuun mana barumsichaa Sagalee Ameerikaatti himanii jiru. Aadde Gebaaynesh Mekonnin ibsa kennaniin, “ barattoonni laaqanaaf bahanii kukkufuu jalqabanaan dafnee konkolaataadhaan gara mana wal’aansa fayyaatti geessine” jedhan.

Galmoo Daawit maatii barattootaa fi ogeessa fayyaa dubbisuun gabaasee jira. Guutummaa isaa caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Mana Barumsaa Jeneraal Waaqoo Guutuutti Maaltu Ta’e?