Deemsii Paartileen Walitti Dabalamuu ykn Baquu Attamiin Gaggeeffamuu Qaba?

  • Jaallannee Gammadaa

Walgahii gamtaa paartiilee mootummaa ADWUI

Gamtaan paartiilee mootummaa ADWUI paartii tokkicha walitti-dabalama paartiileen hundeeffamutti cehuuf deemasa jalqabe itti fufee Kamiisa Sadaasa 21 bara 2019 walga’ii mana-maree isaa geggeesseen gaaffii walitti-makamuu koree hoji raaw’achiistuun dhihaateef lafa bakka-bu’oonni Adda Bilisummaa Uummata Tigiraay (TPLF) keessaa hafanitti sagalee guutuudhaan raggaasisee jira.

Deemsi ADWUI fi walitti-makamuun paartiilee ija seera biyyattiin akkamitti ilaalama? Yunivarsitii Finfinnee Faakaltii seeraatti barsiisaa ka tahan – Gargaaraa proofeesaraa Jetuu Iddoosaa Walitti-makamuun paartiilee akkamitti akka ta’u ibsanii jiru.

Gaaffii fi Deebii Gaggeeffame caqasaa.

Kutaa 1ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Deemsii Paartileen Walitti Dabalamuu ykn Baquu Attamiin Gaggeeffamuu Qaba?

Kutaa 2ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Deemsii Paartileen Walitti Dabalamuu ykn Baquu Attamiin Gaggeeffamuu Qaba? Kutaa 2 ffaa