Kan Oromiyaa Aangawoota fi Namoota Dhuunfaa Ajjeesu Garee Seeraa-ala Hidhatee Socho’u,: Biiroo Bulchiisaa Nageenyaa Oromiyaa

Faayilii -Qondaalla Mootummaa Oromiyaa Wallagga Lixaa Keessatti Ajjeesaman

Ajjeechaa Oromiyaa keessatti qondaltoota mootummaa irrattis ta'ee namoota dhuunfaa irratti geggeessame kan rawwacha jiru qamaa hidhatee socho'u, jedha Biiroon Bulchinsaa fi Naageenya Oromiyaa.

Itti aanaan hoogganaan waajirichaa - Konoleer Abbabaa Garasuu Raadiyoo Sagaalee Ameerikaaf ibsa kennaniin motummaan qamoolee yakkaa kana rawwatan, jedhan kana irraatti tarkanfii ni fudhata, jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

"Kan Oromiyaa Aangawoota fi Namoota Dhuunfaa Ajjeesu Garee Seeraa-ala Hidhatee Socho’u"