Xiinxalaa fi Wal-Falmii Hayyootaa: Paartiin Badhaadhinaa Sirna Federaalummaa Naannoolee Tarkaanfachiisuu Irratti Akkamitti Ilaalama?

Dr. Birhaanuu Leenjisoo fi Obbo Girmaa Guutamaa

Dhaabbatoonni ADWUI keessa turan walitti makamuun paartii haarawa Paartii Badhaadhinaa, jedhame hundeeffachuun isaanii deemsa sirna Federaalaa Itiyoopiyaan ittiin bultu tarkaanfachiisuu irratti akkamitti ilaalama?

Wal-dhabdeen yaadaa hoggantoota ODP giddutti uumame hoo maal irra madde? Dhimmoota kana irratti hayyoota lama: Dr. Birhaanuu Leenjisoo fi Obbo Girmaa Guutamaa wal-falmsiisnee jirra.

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxalaa fi Wal-Falmii Hayyootaa: Kutaa 1ffaa

Your browser doesn’t support HTML5

Xiinxalaa fi Wal-Falmii Hayyootaa: Kutaa 2ffaa