MM Abiyyi Imala Badhaasa Noobelii Nagaa Irraa Ennaa Deebi’an  Sirna How’aadhaan Simataman

"Badhaasichi bu’aa hojii kiyyaa qofa otuu hin taane bu’aa ifaajjee uummataati"

Mummichi-Ministaraa Itiyoophiyaa , Dr. Abiyyi Ahmad biyya Noorweyitti Bashaasa Noobeeli fudhatanii har’a ganama ennaa Finfinee gahanitti, buufata xayyaaraa Boolee irraa eegalee hanga Masraa Mootummatti simanaan how’aan taasisameefii jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

MM Abiyyi Sirna How’aadhaan Simataman

Dr. Aiy Ahimad dirree Xayyaaraa Booleetti midiyaaf ibsa gabaabaa kennaniin, badhaasichi bu’aa hojii isaanii qofa otuu hin taane bu’aa ifaajjee uummataa akka tahe dubbatan.

Your browser doesn’t support HTML5

"Badhaasni Nobeelii Kiyya Qofa Miti, Kan Waloo Keenyati"