FINFINNEE —
Paartileen Siyaasaa fi Ogeeyyiin Miidiyaa dhimma egeree Itiyoophiyaa irratti mari’atan. Akka lakkoobsa Itiyoophiyaatti bara 2032tti haalawwanm biyyattiin keessa dabarti jedhanii yaadawwan adda addaa dhiheessan irrattis marii bal’aa geggeessanii jiru.
Your browser doesn’t support HTML5