AMBOO —
Mootummaan rakkoo nageenyaa Oromiyaa Lixaa furuuf tarkaanfii lolaa fudhachuurra qaama hidhannoon socho'uu fi uummata wajjin mari'achuu qaba jedhan jiraattotni Magaalaa Naqamtee, Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa hagi tokko.
Yaada namootaa walitti-qabne dhaggeeffadhaa
Your browser doesn’t support HTML5