FINFINNEE —
Hojii tola ooltuummaa sadarkaa biyyaalessaatti Itiyoophiyaa keessatti jalqabuuf tola ooltota kuma kudhan (10,000) marsaa jalqabaatti simachuuf galmeessuu eegaluu isaa ministeerri nagayaa beeksise.
Duulli tola ooltummaa kun dargaggonni hojii akka shaakalanii fo aadaa walii barachuun ijaarsa waliigaltee biyyaalessaaf akka qooda gaarii gumaachan taasisuuf tahuu tu dubbatame.
Gabaasaa guutuu caqasaa
Your browser doesn’t support HTML5