Artisitii Abdii Ifaa Fuul-duratti Ilaalaa Jirtu

Artiisti Haannaa Adam

Haannaa Adam jedhamti. Diraamaa dheeraa Afaan Oromoo kanneen akka ‘Hiree’ fi ‘Dungoo’ irratti hojjataa jirti. Fiilmiiwwan, tiyaatirootaa fi diraamaawwan gaggabaaboo irrattis hojjatteetti, ammallee hojjataa jirti.

Diraamaa fi fiilmii ni barreessiti, ni qopheessitis. Televiziyoona Mo'aa irratti qophii 'Dubartoota Oromoo' jedhamus eegaltee jirti. Guutummaa gaaffii fi deebii artistii kana waliin taasisame caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Artisitii Abdii Ifaa Fuul-duratti Ilaalaa Jirtu