“Kudhaama” - Kitaaba Feeneet Girmaatin Barreeffamee Dhihoo Eebbifamee

Feeneet Girmaa Eeba kitaaba ishii irratti yeroo haasaha gootu

Kitaabni Afaan Oromoo asoosama, gabaabaa seenaa dhugaa irraatti hundaa'ee barreeffame Dilbata darbe Eebbifameera

Kitaaba “kudhaama” jedhu kana kan barreessite shamarree Feeneet Girmaati.

Sirna eebba kitaaba kana irraatti namoonni garaa garaa argamanii jiru. Dargaggoonni aadaa kitaaba dubbisuu isaanii akka cimsataniif gorsii kennamee jira .

Your browser doesn’t support HTML5

“Kudhaama” - Kitaaba Haaraa Dhihoo Eebbifamee