Gaafii fi Deebii - Prezidaantii Yunivarsitii Dambii Dolloo Wajjin 

Sodaa Nageeyaa jiru irraa kan kahe barattoota Yunivarsiitii Dambi Doolloo irraa gara maatiitti deebi'anii turan 800 keessaa 620 Yunivarsiitii Dambi Doollootti deebi'anii barnoota jalqabuu Pirezidaantiin Yunivarsiitichaa Dr. Lataa Tasfaayee Raadiyoo Sagalee Ameerikaatti himaniiru.

Barattoota osoo maatiitti deebi'anii ugguraman jedhaman akka argamaniif mootummaa wajjin wal taanee hojjataa jirra jedhanPireezidaantichi.Haalli nagaa Yunivarsiiticha keessaa yeroo ammaa gaarii waan taheef barattootni hafanis akka deebi'an waamicha dhiyeessina jedhaniiru.

Gabaasa Guutuu Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Gaafii fi Deebii - Prezidaantii Yunivarsitii Dambii Dolloo Wajjin