Manni-maree Walii-galaa Dhimmoota Islaamummaa Masjiidotaa Gubatan Deebisanii Ijaaruuf Gargaarsa Qarshii Miliyoona Lamaa Olii Walitti-qabe

Bulchiinsa naannoo Amaaraa, magaalaa Mooxaatti masjiidotaa fi waaltaalee gabaa gubatan deebisanii gad-dhaabuu gargaaruuf, qarshii miliyoona dhibba lamaa fi miliyoona saddeetti walitti qabuu, Manni-maree walii-galaa dhimmoota Islaamummaa Itiyophiyaa beeksisee jira.

Lammiilee deeggersa kanatti hirmaatanis galateeffatee jira, manni maree kun. Caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Manni-maree Walii-galaa Dhimmoota Islaamummaa Masjiidotaa fi Dhaabbatotoa Mooxaatti Gubatan Deebisanii Ijaaruuf Gargaarsa Qarshii Miliyoona