Kitaabni Asoosamaa Sababaa Barreessaan Isaa  Hidhameef Eebbi Isaan Danqamee Ture Amma Eebbifame  

Kitaabni Asoosamaa Sababaa Barreessaan Isaa Hidhameef Eebbi Isaan Damqamee Ture Amma Eebbifame  

Kitaabni asoosamaa haaraan 'Yoomilaan' jedhamu dilbata Dilbata dabre kana Giddu-gala Aadaa Oromoo ka magaalaa Finfinnee jiru keessatti eebbifamee jira.

Sirna eebba kitaaba kanaa irratti artistoonni fi beektonni bebbeekamoon argamanii jiran. Sagantaaleen bashannanaa adda addaallee dhihaatanii jiran. Dargaggootni aadaa dubbisuu isaanii akka guddifatan yaadawwan jajjabeessan dhihaataa turan. Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Kitaabni Asoosamaa Sababaa Barreessaan Isaa  Hidhameef Eebbi Isaan Damqamee Ture Amma Eebbifame