Haleellaalee Buraayyuu fi Amboo Keessaa ABOn Harka Qaba, Ka Mootummaan Jedhe, ABOn Immoo Himannaa Hundee Hin qabne, Jedhe

Magaala Amboo

Haleellaa Amboo fi Buraayutti raaw’atame keessaa Addi Bilisummaa Oromoo harka qaba, jedhe – Koomishiniin Poolisii Oromiyaa. Addi Bilisumaa Oromoo immoo, “kun dirre siyaasa keessa dhiibanii nu baasuuf sababaa uumame,” himannaa dharaa ti, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Haleellaalee Buraayyuu fi Amboo Keessaa ABOn Harka Qaba, Ka Mootummaan Jedhe, ABOn Immoo Himannaa Hundee Hin qabne, Jedhe