FINFINNEE —
Itiyoophiyaa keessatti namoonni mallattoon dhibee Koronaa irratti mu’atee ture jedhamam laabraatoriin sakatta'amanii koroonaa irra walaba ta'uun isaanii mirkanaa’e, jechuun Inistitiyutiin Fayya Hawaasaa Itiyoophiyaa beeksisee jira.
Hordoffi hanga amma taasifameen Itiyoophiyaa keessatti namni dhukkubicha qabaachuun isaa gabaasame akka hin jirre dubbate – Instiitiyuutichi.
Your browser doesn’t support HTML5