AMBOO —
Injifannoon Adwaa injifannoo Uummata Gurraachaa fi Uummatoota cunqurfamoo kan mirkaneesse, jedhu – Hayyoonni seenaa fi aadaa Raadiyoo Sagalee Ameerikaaf ibsa kennan.
Uummatni Oromoo fi geggeessitootni tooftaa fi gootummaa lolaan waraanichatti hirmaatan, Adwaatti akka injifannoon waraana Xaaliyaanii meeshaalee waraanaa ammayyaa hidhate irratti galmaa’u qooda guddaa gumaachan, jedhu hayyoonni kunneen.
Your browser doesn’t support HTML5