‘Murtee Mootummaan Dabarseen Beelarra Buunee Jirra,’ Lammilee Itiyoophiyaa Jibuutii Jiraatan

Lammileen Itiyoophiyaa Jibuutii jiraatan murteen mootummaan biyyattii Kooronaa to’achuuf dabarseen beelaaf saaxilamnee jirraa jedhan.

Dhalattoonni Oromoo hedduun yoo VOA’f dubbatan, yoo biyyas jiraatan ijoollee isaaniis carraa barnoota sadarkaa lammaffaa argachuu akka hin dandeenye dubbatan. Rakkoolee kaanis qabna jedhu baqattoonni kun; Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Murtee Mootummaan Dabarseen Beelarra Buunee Jirra, Ijoolleen Keenuyas Mirga Barnoota Argachuu Hin Qabdu’ Lammilee Itiyoophiyaa Jibuutii Jir