Sanyiin Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Itiyoophiyaa Keessatti Babal'achuu Dura Itti Yaadamuu Qaba: Hayyuu  Saayinsii Uumamaa

  • Tuujubee Horaa

Sanyiin fooyyeffame kan GMO jedhamu biyyootii guddatan keessatti beekamu iyyuu biyyoota kan akka Itiyoophiyaa keessatti beekamaa miti.

Qorannaaleen hangi tokko akka mul’isanitti midhaan nyaataafis oolu ka biroon sanyii kana irraa oomishamu fayyummaa namaa qulqullina biyyoo fi qilleensa naannoo irratti dhiibbaa qabaata jedhu.

Itiyoopiyaan sanyii kana jirbii irratti gargaaramuu jalqabuun ishees ibsamee jira. Kan dhiyeenya GMO ilaalchisee barruu tokko maxxansan hayyuun tokko keessummaa keenya har’aa ti.

Teshome Hunduma jedhamu biyya Norway keessatti barnoota isaanii PHD hordofaa jiran.

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 1ffaa: Sanyiin Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Itiyoophiyaa Keessatti Babal'achuu Dura Itti Yaadamuu Qaba: Hayyuu  Saayinsii Uumamaa

Your browser doesn’t support HTML5

Kutaa 2ffaa:Sanyiin Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Itiyoophiyaa Keessatti Babal'achuu Dura Itti Yaadamuu Qaba: Hayyuu  Saayinsii Uumamaa

Sanyiin fooyyeffamee Dhiyaate kan GMO jedhamu biyya akka Itiyoophiyaa seenee keessumaa qonnaan bulaa bira yoo ga’e miidhaa inni qabaachuu malu ilaalchisuu dhaanis mootmmaa biraa deebii argannee jirra. Itti aanaa itti gaafatamaan institiyuutii qonnaa federaalaa Dr. Taaddesee Dhaabaa deebii nuu kennanii jiru. GMO ykn sanyiin fooyyeffame kun yoom biyya akka seene ibsuu dhaan jalqabu.

Dhaggeeffadhaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Sanyii Fooyyeffamee Dhiyaate (GMO) Laalchisee Deebii Angawaa Mootummaa Itoophiyaa