‘Ajjeechawwan Yeroon Qorachuu Dhabuun Ajjeechaa Dabalataaf Karaa Bana’ Amneestii Internaashinaal

‘Ajjeechawwan Angawoota Akkasumas Namoota Beekamoorra Gahu Yeroon Qorachuu Dhabuun Ajjeechaa Dabalataaf Karaa Bana’ Amneestii Internaashinaal

Amneestii Internaashinaal mootummaan ajjeechaa Hacaaluurratti raawwatame dafee qoratee warra yakka kana keessaa harka qabu seeratti akka dhiyeessu gaafateera. Fissehaa Tekhlee Qorataan qabiinsa mirga namoomaa Itiyoophiyaa

Ka Amneestii Internaashinaal, ajjeechawwan akkasii yeroon qoratamanii murtee yoo hin arganne biyya balaa keessa buusaa jedhe.

Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Ajjeechawwan Angawoota Akkasumas Namoota Beekamoorra Gahu Yeroon Qorachuu Dhabuun Ajjeechaa Dabalataaf Karaa Bana’ Amneestii Internaashinaa