Sirini Yaadannoo Artist Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinneetti Geggeessame

Haacaaluu Hundeessaa

Sanbata darbe kana ganama irraa eegalee, magaalaa Finfinneetti sirni yaadannoo Artist Haacaaluu Hundeessa sagantaalee adda addaatiin geggeessamee jira.

Sagantaalee kana irratti prezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa – Obbo Shimallis Abdiisaa fi Kantiibaa Itti-aanaan magaalaa Finfinnee argamanii jiran. Tsahaay Daamxoo tu Finfinnee irraa gabaase.

Your browser doesn’t support HTML5

Sirini Yaadannoo Artist Haacaaluu Hundeessaa Magaalaa Finfinneetti Geggeessame