Godina Baalee Bahaatti Vaayirasiin Koroonaa Buufata Poolisiitti Hidhamtoota 50 Tahan Qabe

Godina Baalee Bahaa Gindhiiritti Weerarri Vaayirasii Koroonaa, Buufata Poolisii seenuun namoota achitti hidhaman kanneen Shantama ta’an qabuun himamee jira.

Bulchiinisi Godinaa Baalee Bahaa, namoota biroo sababaa hojiin tuttuqqaa waliin qaban faana dhahuu fi hidhamtoonni ka biroon akka vaayirasichaaf hin saaxilamne manneen hidhaa mijawaa gochuuf hojjataa jirra, jedha.

Your browser doesn’t support HTML5

Godina Baalee Bahaatti Vaayirasiin Koroonaa Buufata Poolisiitti Hidhamtoota 50 Tahan Qabe