Ministirin Galiiwwanii Itiyoophiyaa Gibirri Sassabame Fooyya'e Jedha

Ministiriin Galiiwwanii Itiyoophiyaa bara baajataa darbe galii gibiraa Birrii Biliyoona dhibba 2 fi Miiliyoona 33 ol walitti qabuu beeksise.

Galiin biyya keessaa waggoottan afur darban walitti aansuun sassaabame fooyyaa’ina agarsiisee jira, ministarichi. Galiin bara kanaa ka bara baajataa 2012 argame kan bara darbee Birrii Biiliyoona 35 ol calmaa agarsiise, jedha.

Your browser doesn’t support HTML5

Ministirin Galiiwwanii Itiyoophiyaa Gibirri Sassabame Fooyya'e Jedha