‘Gorsi Prezedentiin Paarlaamaa Biyyattii Bittinneessuu Qabu Jedhu kan Nagaa Miti; Seeraan alas” Aafo – Yaa’ii Keeniyaa

Faayilii - Gamoo paarlaamaa Keeniyaa

Aafo – Yaa’iin Paarlaamaa Keeniyaa Abbaan Alangaa mootummaa biyyattii Pirezdenti Keeniyaattaan akka paarlaamaa biyyattii bittimsan gaafachuun isaa sirrii mitii jechuun morman. Jastin Mutuurii; waanti kun biyyattii rakkoo keessa buusa jechuun kaleessa yoo ibsa gaazexeessitootaaf kennan dubbatanii jiru. Galmoo Daawit dabalata qaba.

Your browser doesn’t support HTML5

‘Gorsi Prezedentiin Biyyattii Paarlaamaa Biyyattii Bittinneessuu Qabu Jedhu kan Nagaa Miti; Seeraan alas” J. Mutuurii; Aafo – Yaa’iin Keeniy