Eega Manni-murtii Hidhamaa Tokko Akka Hiikamu Murteessee Booda Poolisiin Mana-hidhaa Tursiisuu Danda'aa?

Polisiin Oromiyaa hidhamitoota Manni Muritii wabiin akka gadi dhiifaman muriteesse tokko tokko seeraa ala mana hidhaa keessa turisiisaa jira jechuun Abukaattoonni seeraa hidhamtootaa Sagalee Ameerikaatti dubbatan.

Abbaan Alangaa Oromiyaa immoo gama isaatiin “namoonni hidhaa keessa akka turan kan taasifame karaa deemsa seeraa qofaani,” jedhan.

Your browser doesn’t support HTML5

Eega Manni-murtii Hidhamaa Tokko Akka Hiikamu Murteessee Booda Poolisiin Mana-hidhaa Tursiisuu Danda'aa?