Baaletti Namoonni 500 Caalan Otuu Himannaan Irratti Hin Dhihaatiin Baatiilee 3 Oliif Hidhaman, Jedhama 

Dinshoo, Baalee

Godina Baaleetti ajjeechaa Artistii Hacaaluu Hundeessatii booda namoonni dhibba shanii ol qabaman otuu himannaan tokko osoo itti hin dhihaatiin baatiilee sadi’ii oliif mana hidhaa akka kaa’amanii jiran dubbatu, maatiilee fi abukaatooleen isaanii.

Abbaan alangaa godinichaa gama isaaniitiin, galmeen qorannaa namoota kanaa xumuramee, dhiheenna himannaa irratti banuuf qophoonfee jirra, jedha. Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Baaleetti Namoonni 500 Caalan Otuu Himannaan Irratti Hin Dhihaatiin Baatiilee 3 Oliif Hidhaman, Jedhama