Kaadhimamaan Paartii Dimookiraatii Joo Baayden Gara Filannoo Injifachuutti Dhihaata Jiru, Jedhame

  • VOA

Kadhimamaan dorgommii prezidaantummaa ka paartii Dimookiraatii, Joo Baayiden, ka prezidaantummaa Yunaayitid Isteetis isaan injifachiisu, sagalee “ilektoraal voot” yokaan gurmuu bakka-bu’ootaa 270 guutuutti ennaa dhihaataa jiranitti, gareen duula filannoo prezidaant Doonaald Traamp immoo, akkaataa lakkoobsa sagalee kutaalee wal-dorgommiin cimaan keessatti geggeessamee irratti himannaalee seeraa dhiheessaa jiran.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Kaadhimamaan Paartii Dimookiraatii Joo Baayden Gara Filannoo Injifachuutti Dhihaata Jiru, Jedhame