Itiyoophiyaatti Barnootni Jalqabamuuf Ture Yeroo Hin Muftoofneef Dabarfame 

(suuraa faayilii)

Bulchinsaa Magaalaa Finfinneetti manneen barnoota Onkoloolessa 30 bara 2013 jalqabsiisuuf sagantaan bahee ture yeroo hin murtoofneef dabarfamuu isaa biiroon barnoota Finfinnee beeeksisee jira.
Gama biraatiinis barattooonni bara kana eebbifaman gara mooraalee Yuunivarstii ittii barachaa turanitti akka deebi'anii barnoota jalqabaniif waamichi godhameefii ture yeroof akka dhaabbatu Ministarri Saayinsii fi Dhaabbiilee Barnoota Ol’aanoo hubachiisee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaatti Barnootni Jalqabamuuf Ture Yeroo Hin Muftoofneef Dabarfame