KFOn Akka Wal-waraansi Itiyoophiyaa Keessaaa Dhaabatee Mariin Biyyoolessaa Geggeessamu Gaafate  

Dr. Mararaa Guddinaa

“Haalli siyaasichaa gara wal-waraansaatti cehuun isaa, hiree egeree biyyattii sadarkaa yaaddessaa irraa gahee jira, jechuun kan ibsa baase – Koongiresiin Federaalawa Oromoo, wal-waraansichi dhaabatee, mariin qaamota hunda hirmaachise akka geggeessamu ibsa gidduu kana baaseen gaafatee jira.

Mootummaan Itiyoophiyaa tarkaanfiin Itiyoophiyaa gama Kaabaa keessatti fudhatamaa jiru yakkamtoonni Hiwehaat keessa jiran yeroo seeratti dhihaatan qofa, jechuun isaa ni yaadatama.

Gabaasaa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

KFOn Akka Wal-waraansi Itiyoophiyaa Keessaaa Dhaabatee Mariin Biyyoolessaa Geggeessamu Gaafate