Manneen-barnoottaa Akkuma Cufamanitti Turuuf Sababaan Maaskiin Kennamuu Dhabuudha, Jedhu Biirooleen Barnootaa 

Karra mana barumsaa (Suuraa faayilii)

Sababaa weerara Vaayirasii Koronaatiin manneen barnootaa cufamanii turan deebisanii banuuf, Ministriin barnootaa fi Instiitiyuutiin Fayyaa Uummataa, ka Ministirii Fayyaa mari’atee yaada dhiheesse irratti, Ministirichi barnootaa Biiroolee Barnootaa naannoo fi manneen barnootaaf Maaskii yokaan aguggii afaanii fi funyaanii akka dhiheessu ibsamee ture.

Amma garuu, Maaskiin jedhame waan yeroon dhihaatuu dhabeef, manneen banootaa banamuu hanqachuu isaanii dubbatu – Biirooleen Barnootaa naannoo Oromiyaa, Kibbaa fi Somaalee.

Gabaasa guutuu caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Manneen-barnoottaa Akkuma Cufamanitti Turuuf Sababaan Maaskiin Kennamuu Dhabuudha, Jedhu Biirooleen Barnootaa