Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Yeroo Hin Murtoofneef Dheereffame 

Faayili - Barattoota qormaata kutaa Kudhanii fudhachaa jiran

Qormaanni biyyaaleessa kutaa 12ffaa kan bara barnootaa 2012 sababoota nageenyaan walqabatee geggeessuun rakkisaa tahuu fi yeroo hin murteeffamneef akka dheeratu murteeffamuu Ministarri Barnoota beeksise.

Qormaata naannolee kan kutaa 8ffaan wal qabatee naannooleen haala karoora isaanitiin ji'a Muddee 1 bara 2013 hanga Muddee 30 bara 2013 keessatti akka kennu murteeffamuunis ibsamee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Qormaatni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Yeroo Hin Murtoofneef Dheereffame