Har’a Finfinnee Keessatti Boombiin Dhohe, Jedha Poolisiin Magaalattii  

Magaala Finfinee (suuraa faayilii)

Har’a Finffinee, kutaa magaala Boolee keessatti boombiileen lama argamanii, tokko dhoohe yoo midhaa dhaqabsiisu, ka lammaffaa osoo balaa hin dhaqabsisin fashaluu isaa Komishiniin Poolisii Magaala Finffinee beeksisee jira.

Hawaasini wantoota shakki itti uuman yaroo argutti polisiif eeruu akka kennus waamicha dhiheessee jira.

Your browser doesn’t support HTML5

Har’a Finfinnee Keessatti Boombiin Dhohe, Jedha Poolisiin Magaalattii