FINFINNEE —
Abbaan Alangaa Federaalaa, namoota ajjeechaa weellisaa Hacaaluu Hundeessaatti shakkamanirratti guyyoota lamaaf ragaa dhaggeeffachiiseera.
Mana Murtii Federaalaatti, dhaddachi dhimma heeraa fi shororkeessummaa ramaddii Lidataa ragaalee hundumaa dhaggeeffatee xumuruu isaa beeksisee jira.
Maatii Hacaaluu keessaas hagi tokko dhaddacha kana irratti argamuunis ibsameera.
Gabaasaa guutuu caqasaa.
Your browser doesn’t support HTML5