Vaayrasiin Koronaa Bifa Jijjirrate Jechuun Maal Jechuu Dha?

  • Jaallannee Gammadaa

Dr. Mesfin Ittaanaa

Vaayrasiin Koronaa yeroo ammaa bifa jijjirataa akka jiru hayyonni saayinsii fi eegumsa fayyaa ibsaa jiru.

Keessumaa biyya Briteen keessatti rakkoon kun uumamuu qorattonni biyyatti ibsaa kan jiran yoo ta'u yeroo ammaa immo biyyatti keessatti Kibxata darbee kaasee sochiin jiru hundumtuu ugguramee jira.

Gama kaaniin vaayrasiin bifa jijjirrate ka biraan Afrikaa Kibbaa keessa jiraachuun ibsamaa jira.

vaayrasiin Koronaa haala isaa jijjiruu jechuu kana kan ilaaleen Dr. Masfin Ittaanaa hospitaala Feerviiw kan kutaa Minisootaa irraa ibsanii jiru caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Vaayrasiin Koronaa Bifa Jijjirrate Jechuun Maal Jechuu Dha?