Looltoonni Sudaan Beeladeelee Nujalaa Saaman: Jiraattoota

  • VOA

Godiina Gondara Dhiyaa aanaa Matammaa daangaa Itiyoophiyaa fi Sudaa irra ganda jirtu tokko keessatti hidhattonni Sudaan beeleedaalee 250 ol saamuu isaanii jiraattonni naanoo ibsanii jiru.

Keessumaa waggaa 10 as rakkoo jiru mootummaa sadarkaa olaanaatti himatan iyyu gurra nu dhaggeeffatu hin arganne jedhu.

Waraannii Sudaan naannoo isaanti dhiyaachuu kan ibsan bulchaan ganda Tumat mandukaa Obbo Alamuu Awwaqaa beeleedaalee 139 fudhachuu isaanii dubbatu.Dhukaasiis darbee darbee dhaga'ama jedhu.

Itti fuufuunis kanneen waraana Sudaan waliin biftii isaanii wal hin fakkaanne looltonni biraas akka jiran ibsanii jiru.

Gabaasa Asteer Misgaanaaw Caqasaa.

Your browser doesn’t support HTML5

Looltoonni Sudaan Beeladeelee Nujalaa Saaman: Jiraattoota