WAASHINGITAN, DIISII —
Torban kana humni waraanaa Maaynamaar aangoo qabatee jiru tajaajila interneetii addaan kutee jira. Tooftaan akkasii sadarkaa addunyaatti yeroo muddamaa fi jeequmsaa kan mul’atuu dha.
Torban kana Maaynamaar keessaa akkuma waraanngi aangoo qabateen yeroo isaa malee tajaajila interneetii addaan kute. Sun immoo lammiiwwan mala itti wal quunnamanii fi odeeffannoo fonqolcha mootummaa argatan danquu dhaan dhugumatti immoo gaazixeessonni rakkoo sana gabaasuuf dandeettii qaban irra dhiibbaa kaa’e.
Your browser doesn’t support HTML5